ABUT
- ODUU
‘Tigraay keessatti adeemsi loltoota duraanii hidhannoo hiikkachiisuu ittiin hogganamaa jiru sirrii miti’ – ABUT
Finfinnee, Sadaasa 28/2024 – Adda Bilisummaa Uummata Tigraay Dabratsiyoon Gabramikaa’eliin durfamu, adeemsi hidhattoota hidhannoo hiikkachuu fi deebisanii ijraaruu (DDR) Tigraay…
Read More » - ODUU
“Gochaan hojii bulchiinsa yeroo danquu gara sadarkaa hammaataatti ce’e” – Geetaachoo Raddaa
Finfinnee, Sadaasa 25, 2024 – Gochaan hojiilee misoomaa Bulchiinsi Yeroo Tigraay raawwachaa jiru danquu gara sadarkaa yaaddeessaatti darbaa jiraachuu pireezidaantiin…
Read More » - ODUU
“Bulchiinsa yerooratti fonqolchi mootummaa ifatti raawwatamaa jira” – Bulchiinsa Yeroo Tigraay
Finfinnee, Sadaasa 11, 2024 – Gareen Adda Bilisummaa Ummata Tigraay (ABUT) Dabratsiyoon Gabramikaa’eeliin hogganamu bulchiinsa yeroo Tigraay irratti fonqolcha mootummaa…
Read More » - ODUU
‘Nama bakka Geetaachoo Raddaa buufamu irratti mootummaa federaalaa waliin haasa’aa jirra’ – ABUT
Finfinnee, Onkoloolessa 14/2024 – Gareen ABUT Dabratsiyoon Gabramikaa’eliin durfamu Pirezidaantii Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Geetaachoo Raddaa aangoorraa kaasuu hordofee nama…
Read More » - ODUU
Bulchiinsi Geetaachoo Raddaa hoggansa ABUT Dabratsiyooniin durfamu irratti tarkaanfii akka fudhatu ibse
Finfinnee, Onkoloolessa 08/2024 – Bulchiinsi Yeroo Naannoo Tigraay Geetaachoo Raddaatin durfamu “hoggansa Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (TPLF) [Dabratsiyoon Gabramikaa’eliin durfamu]…
Read More » - ODUU
Dabratsiyooniin kan durfamu ABUT “Geetaachoo Raddaatin aangoo pirezidaantummaa irraa kaasuu” ibse
Finfinnee, Onkoloolessa 07/2024 – Addi Bilisummaa Uummata Tigraay (TPLF) Dabratsiyoon Gabramikaa’eliin durfamu ibsa har’a Onkoloolessa 07, 2024 baaseen, Pireezidaantii Bulchiinsa…
Read More » - ODUU
ABUT “bulchiinsi yeroo naannichaa hoggansa isaa jalatti humnoota Tigraay ajajuu hin danda’u” jedhe
Finfinnee, Fulbaana 25/2024 – Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (ABUT) Dabratsiyoon Gabramikaa’eliin durfamu, bulchiinsi yeroo naannichaa humnoota Tigraay hoggansa isaa jalatti…
Read More » - ODUU
Gareen Geetaachoo Raddaa ‘fonqolcha mootummaa narratti raawwachuuf karoorseera’ jechuun garee Dabratsiyoon himate
Finfinnee, Fulbaana 19/2024 – Gareen Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (ABUT) Geetaachoo Raddaan durfamu ibsa Fulbaana 18, 2024 baaseen gareen ABUT…
Read More » - SIYAASA
Boordiin filannoo yaa’ii ABUT gaggeessuuf “beekamtii hin kennu” jedhe
Finfinnee, Hagayya 13, 2024 – Boordiin filannoo biyyaaleessaa yaa’ii Addi Bilisummaa Ummata Tigraay (ABUT) gaggeessuuf deemuufi murtii yaa’ichi dabarsuuf beekamtii…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Waldhabdee hooggansa ABUT gidduutti uumame hordofuun hiriirri mormiifi deeggarsaa dhorkame
Finfinnee, Hagayya 12, 2024 – Dura taa’aan Paartii Adda Bilisumma Ummata Tigraay (ABUT) Dabra Tsiyoon G/Mikaa’el (PhD) murtee boordiin filannoo…
Read More »