Affaar
- ODUU
Sababa kirkira lafaatin jiraattonni naannolee sadii gara 100,000tti siqan qe’eerraa buqqa’an
Finfinnee, Amajjii 23/2025 – Kirkirri lafaa giddugala isaa naannawa Awaash Fantaalleetti godhachuun irra deddeebiin mudachaa jiruun Naannoo Amaaraa Godina Shawaa…
Read More » - ODUU
Kirkira lafaa Itoophiyaa keessatti tibbana mudateen namoota lamarratti miidhaa ulfaataa gahuu UN ibse
Finfinnee, Amajjii 13/2025 – Sababa kirkira lafaa kutaalee naannoo Affaarii fi Oromiyaa keessatti itti fufiinsaan mudachaa jiruun “namoota lama irratti…
Read More » - ODUU
Oduu: Naannoolee Somaalee fi Affaar walitti bu’iinsa naannawaa daangaatti mudatan mariin furuuf waliigalan
Finfinnee, Adoolessa 18/2024 – Walitti bu’iinsa naannawaa daangaa naannolee Afaar fi Somaaleetti mudatan mariin furuuf waliigalteerraa ga’uu Pireezidaantoonni Naannolee lameen…
Read More » - ODUU
Haleellaa daangaa naannolee Tigraay fi Affaaritti raawwatameen daa’ima dabalatee namoonni nagaa torba ajjeefaman
Finfinnee, Caamsaa 22/2024 – Daangaa naannolee Tigraay fi Affaar, aanaa Raayyaa Azabootti Wiixata darbe halkan walakkaa haleellaa hidhattoonni eenyummaan isaanii…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Koreen araaraa waldhabdee daangaa naannolee Affaarii fi Somaalee gidduu furu hundeeffame
Finfinnee, Bitootessa 09/2024 – Koreen waldhabdee daangaa naannolee Affaarii fi Somaalee gidduu jiru furuuf hojjatu hundeeffamuu gabaafame. Waldhabdee daangaa yeroo…
Read More »