Gujii
- XIINXALA
Walitti bu’iinsi godinaalee Gujii lamaanitti itti fufee jiru dhiittaa mirga namoomaa bal’aa hordofsiise
Finfinnee, Onkoloolessa 18/2024 – Naannoo Oromiyaa walitti bu’iinsa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) fi humnoota mootummaa gidduutti waggoota jahan darbaniif itti…
Read More » - ODUU
Godinaalee Gujii lamaanitti gudeeddii, ajjeechaa seeraan alaa dabalatee sarbiinsi mirga namoomaa hamaa raawwatameera: Qorannoo
Finfinnee, Waxabajjii 17/2024 – Dhaabbatni miti mootummaa Giddugala Guddina Mirgaa fi Dimokraasii (CARD) jedhamu haala qabiinsa mirga namoomaa godinaalee Gujii…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Daangaa Naannoo Kibba Itoophiyaa fi Godina Gujiitti haleellaa hidhattootni raawwataniin milishoonni 12 ajjeefaman
Finfinnee, Amajjii 25/2024 – Daangaa Naannoo Kibba Itoophiyaa fi Godina Gujiitti haleellaa hidhattootni eenyummaan isaanii hin beekamne raawwataniin miseensota milishaa…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Abbootiin Gadaa Gujii fi Booranaa hawaasni lamaan rakkoo hundeeffama godina Boorana Bahaa hordofee uumame mariin akka furu dhaaman
Finfinnee, Onkoloolessa 31/2023 – Abbootiin Gadaa Booranaa fi Gujii murtee hundeeffama godina haaraa Boorana Bahaatii booda muffii fi mormii mudate…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Gooroo Doolaatti barattootni kuma 52 ol barnoota ala ta’uufi hojjettootni mootummaa miindaa osoo hin argatiin turuu himame
Finfinnee, Fulbaana 26/2023 – Mootummaan Naannoo Oromiyaa Guraandhala 27, 2023 aanaalee 10 godinaalee Baalee, Gujii fi Booranaa irraa kutuun godina…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Hojjattoonni aanaa Gooroo Doolaa caaseffama haaraa mormuun gadhiisanii ture gita hojiisaaniitti deebi’an
Geetahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee Fulbaana 20, 2023 – Qajeelfama Mootummaa Naannoo Oromiyaa (MNO) irraa darbeen hojjattoonnii fi aanga’oonni aanaa Gooroo…
Read More » - SIYAASA
Xiinxala: Murteen mootummaa dabarse Kibba Oromiyaatti abbummaa magaalaan walqabatee mormii ji’oota jahaaf ture kakaase
Finfinnee, Fulbaana 02/2023 – Kibba Oromiyaatti kan argamuu Godinni Gujii ji’oota jahaan darbaniif mormii fi jeequmsaa keessummeessaa jirti. Kunis waldhabdee…
Read More »