Israa’eel
- SIYAASA
Dhimmoota ijoo yaa’ii dureewwan Gamtaa Afrikaa 37ffaa irratti mudatan maal fa’i?
Finfinnee, Guraandhala 19/2024 – Yaa’iin Dureewwan Gamtaa Afrikaa 37ffaa guyyoota lamaan darbaniif bakka hoggantoota, ministiroota, dippiloomaatota fi hoggantoonni dhaabbilee gamtichaa…
Read More » - ODUU
Oduu: Gareen finciltoota Yamanii “doonii Israa’eel” humnaan too’adhe jedhe
Finfinnee, Sadaasa 21, 2023 – Gareen finciltoota Yamanii Haawtii suur-sagalee “doonii Israa’eel” Galaana Diimaa irra geejjibaa jirtu too’annoo jala oolchuu…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Lola Israa’eelii fi Hamaas gidduu gaggeeffamaa jiruun dhalattootni Itoophiyaa lama ajjeefamuu himame
Finfinnee, Onkoloolessa 10/2023 – Lola Israa’eelii fi Falasxiin giddu gaggeeffamaa jiruun dhalattootni Itoophiyaa lammummaan isaanii Israa’eel ta’e lama ajjeefamu isaanii…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Lola Israa’elii fi Falasxiin gidduu gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti lubbuu namoota 1300 ol darbe
Finfinnee, Onkoloolessa 09/2023 – Lola Israa’eelii fi Falasxiin giddu gaggeeffamaa jiru fi erga Sanbata darbe Onkoloolessa 07 jalqabame booda har’a…
Read More »