UN
- SIYAASA
Oduu: Mootummaan Sudaan ergamni siyaasaa UN biyyattiitti qabu atattamaan akka addaan citu gaafate
Finfinnee, Sadaasa 17/2023 – Mootummaan Sudaan xalayaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti erge fi Addis Standardiin ilaalame irratti, ergama siyaasaa Dhaabbata Mootummoota…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Hongee fi weerara dhibeewwan Oromiyaa keessatti hammaateen jiraattonni beela fi du’aaf saaxilamaa jiraachuu UN ibse
Finfinnee, Onkoloolessa 11/2023 – Naannoo Oromiyaa keessatti sababa hongee fi weerara dhibee Busaa fi Kooleeraatiin walqabatee jiraattonni beela fi du’aaf…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Itoophiyaa keessatti yaaddoon yakka duguuggaa sanyii olaanaa ta’uu Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii akeekkachiise
Finfinnee, Onkoloolessa 11/2023 – Lola humnoota mootummaa federaalaa fi hidhattoota naannolee biyyattii garagaraatti argaman gidduu adeemsifamaa jiruun walqabatee Itoophiyaa keessatti…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Yeroon hojii garee qorannoo UN dhiittaa mirgaa Itoophiyaatti raawwatamu akka qoratu hundeesse osoo hin dheeratiin hafe
Finfinnee, Onkoloolessa 05/2023 – Yeroon qorannoo garee ogeeyyii Komishinii Mirgoota Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii dhiittaa mirgaa Itoophiyaa keessatti raawwatame akka…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Ergamni Garee Qorannoo Dhiittaa Mirgoota Namoomaa Idil Addunyaa waggaa tokkoof akka dheeratu gaafatame
Finfinnee, Fulbaana 07/2023 – Dhaabbileen mirga namoomaa addunyaa gurguddoo 63 ibsa waloo baasaniin Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii ergama garee dhiittaa mirga…
Read More »