XIINXALA
-
Khuullee: Boca qubeelee Afaan Oromoo haaraa qubee Laatinii akka bakka bu’uuf kalaqame maaliif hagana falmisiisaa ta’e?
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Guraadhala 01/2024 – Tibbana kalaqa qubeelee haaraa qubee Laatiinii waggoota dheeraaf Afaan Oromoo itti fayyadamaa jiru…
Read More » -
Xiinxala: Waliigalteen ulaa galaanaa Itoophiyaa fi Somaalilaand tibbana mallatteessan haala kamiin siyaasa Gaanfa Afrikaa jijjiira?
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Amajjii 23/2024 – Dhimmi ulaa galaanaa argachuun kun gama Itoophiyaatin dhimma imaammataa kan ta’e yeroo dhiyoo…
Read More » -
Xiinxala: Masriin marii gam-sadee dhimma Hidha Haaromsaa irratti godhamu irraa of baasteetti, maaltu itti aana?
Abdii Biyyansaa @ABiyenssa fi Miliyoon Bayyanaa @MillionBeyene Finfinnee, Amajjii 11/2024 – Dhimma Hidha Guddicha Haaromsaa ilaalchisee Itoophiyaa, Masrii fi Sudaan…
Read More » -
Xiinxala: Buqqaatonni Lixa Oromiyaa keessa jiran gargaarsa dhabuu fi tarkaanfiiwwan dirqiin deebisuu mootummaan fudhachaa jiruun rakkachaa jiru
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Naqamtee, Sadaasa 02/2023 – Buqqaatotni Lixa Oromiyaa, keessattuu godinaalee Wallagga Bahaa, Wallagga Lixaa, Qeellam Wallaggaa, fi Horroo…
Read More » -
Xiinxala: Butamuun namoota nagaa maallaqaaf jedhame raawwatamu Oromiyaatti dabalaa dhufuun nageenya hammeessaa jira
Abdii Biyyansaa @ABiyenssa Finfinnee, Onkoloolessa 26/2023 – Waggoota shanan darban keessaa naannoon Oromiyaa waldhabdee Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) fi humnoota…
Read More » -
Xiinxala: Rakkoo nageenyaa aanaalee Oromiyaa gara daangaa Amaaraatti dhiyaatan keessa mudachaa jiru badiisa ulfaataa qaqqabsiisaa jira. Furmaanni maali?
Finfinnee, Onkoloolessa 25/2023 – Naannoo Oromiyaa keessatti rakkoon nageenyaa uummata hedduu lubbuu dhabsiisaa fi qe’eefi qabeenya isaarraa buqqisaa jiraachuu erga…
Read More » -
Xiinxala: Barbaacha filannoo Buufata Doonii Itoophiyaa: Kara mariidhaani moo humnaan?
Abdii Biyyansaa @ABiyenssa Finfinnee, Fulbaana 09/2023 – Ji’oota muraasa dura muummichi ministeera Itoophiyaa Abiy Ahmad waa’ee buufata doonii fi barabaachisuma…
Read More » -
Xiinxala: Murteen mootummaa dabarse Kibba Oromiyaatti abbummaa magaalaan walqabatee mormii ji’oota jahaaf ture kakaase
Finfinnee, Fulbaana 02/2023 – Kibba Oromiyaatti kan argamuu Godinni Gujii ji’oota jahaan darbaniif mormii fi jeequmsaa keessummeessaa jirti. Kunis waldhabdee…
Read More » -
Xiinxala: Qonnaan bultoota, al-ergitoota Jimaa Oromiyaa keessa jiran rakkoowwan walxaxaa harka galfannaa mootummaa uumeen rakkachaa jiru
Gabaa Jimaa godina Harargee Bahaa aanaa Kombolchaatti argamu Abdii Biyyansaatiin @ABiyenssa Finfinnee, Adoolessa 14/2023 – Qonnaan bultoota fi al-ergitoonni Jimaa naannoo Oromiyaa…
Read More » -
Xiinxala: Rakkoo maallaqaa Itoophiyaa keessatti mudachaa jiru diinagdee biyyatti irratti dhibbaa guddaa geessisaa jira
Itoophiyaan biyyoota gatiin maallaqa isaanii haalaan gadi bu’uu waliin wal’aansoo qaban keessaa ishee tokkooti. Guraandhala 2022 irraa eegalee birriin doolaara…
Read More »