Hidha Haaromsaa
- ODUU
Baqattoonni Itoophiyaa Masrii keessa jiraatan ‘hidhaa fi dararaan nutti hammaate’ jedhan
Finfinnee, Fulbaana 20/2024 – Dhimma Hidha Haaromsaa irratti waldhabdeen Masrii fi Itoophiyaa gidduu jiru wayita hammaataa dhufetti, godaantota fi baqattoonni…
Read More » - GULAALLI
Mirgi Abbayyaatti fayyadamuun Itoophiyaaf dhimma birmadummaati, biyyoota yaa’a lagichaa gidduu itti fayyadamni wal-qixaa fi madaalawaa ta’e jiraachuu qaba!
Finfinnee, Fulbaana 18/2024 – Lagni dheeraa addunyaa kan ta’e Abbayyaan biyyoota Afrikaa hedduu keessa qaxxaamuruun miliyoonotaaf madda bishaanii, anniisaafi jireenyaa…
Read More » - ODUU
Itoophiyaan doorsisa fi iyyannoo Masriin dhiyeessitu “himannaa bu’uura hin qane” jechuun kuffiste
Finfinnee, Fulbaana 09/2024 – Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa xalayaa tibbana Masriin Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti barreessite morme. Doorsisa…
Read More » - ODUU
Masriin guutinsa bishaanii Hidha Haaromsaa “guutummaan guutuutti akka hin fudhanne” ibsite
Finfinnee, Fulbaana 02/2024 – Guutinsa marsaa shanaffaa Hidha Haaromsaa hordofee Masriin xalayaa Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti ergiteen, adeemsi…
Read More » - SIYAASA
Xiinxala: Masriin marii gam-sadee dhimma Hidha Haaromsaa irratti godhamu irraa of baasteetti, maaltu itti aana?
Abdii Biyyansaa @ABiyenssa fi Miliyoon Bayyanaa @MillionBeyene Finfinnee, Amajjii 11/2024 – Dhimma Hidha Guddicha Haaromsaa ilaalchisee Itoophiyaa, Masrii fi Sudaan…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Marii Hidha Haaromsaa marsaa arfaffaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 18/2023 – Mariin gam-sadee Hidha Haaromsaa biyyoota Itoophiyaa, Masrii fi Sudaan gidduu gaggeeffamu marsaa 4ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira. …
Read More » - SIYAASA
Oduu: Mariin gam-sadee marsaa 3ffaa dhimma Hidha Haaromsaa irratti Kaayirootti gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Onkoloolessa 25/2023 – Mariin marsaa sadaffaa biyyoota sadii dhimma Hidha Haromsaa irratti Kaayirootti gaggeessaa turan xumuramuu ibsame. Ameerikaatti Ambaasaaddara…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Magaalaan haaraa Hidha Haaromsaa giddu galeessa godhatee akka hundeeffamu ibsame
Finfinnee, Onkoloolessa 09/2023 – Naannoo Beenishaangul Gumuz keessatti magaalaa hidha guddicha Haaromsa Itoophiyaa giddu galeessa godhate hundeeffamuuf ta’uu Ministirri Bishaanii…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Marii dhimma Hidha Haaromsaa Finfinneetti gaggeeffamaa ture waliigaltee malee xumurame
Finfinnee, Fulbaana 25/2023 – Dhimma Hidha Haaromsaa ilaalchisee mariin biyyoota sadan [Itoophiyaa, Sudaan fi Masrii] gidduutti guyyoota lamaan darbaniif Finfinneetti…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Itoophiyaan guutinsa bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 4ffaa xumuruun ishee Masrii mufachiise
Finfinnee, Fulbaana 11/2023 – Itoophiyaan guutinsa bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 4ffaa xumuruu beeksisuu ishee hordofee Masriin mufachuu ibsiteetti. Ministeerri Dhimma…
Read More »