Mana Murtii
- ODUU
Obbo Taayyeen balbala mana hidhaatii fudhatamanii gara Waajjira Qorannoo Yakkaa Federaalaa geeffamuu maatiin himan
Finfinnee, Muddee 05/2024 – Mirgi wabii eegameefi mana amala sirreessaa Qilinxoo irraa yeroo bahuuf jedhan balbalatti qaamolee nageenyaan kan fudhataman…
Read More » - ODUU
Obbo Taayyee Danda’aa wabiidhaan akka gadhiifaman murtaa’e
Finfinnee, Muddee 02/2024 – Deetaa Ministeera Nagaa duraanii Taayyee Danda’aa wabiidhaan akka gadhiifaman Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa Dhaddacha Ijibbaataa murtee…
Read More » - ODUU
Boordiin Filannoo haala hoggantoota ABO mana hidhaa jiran irratti hordoffii taasisaa ture bu’aa akka hin argamsiisne ibse
Finfinnee, Caamsaa 30/2024 – Boordiin Filannoo Biyyaaleessaa dhimma hoggantoota Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) mana murtiidhaan bilisa jedhamanii hanga ammaatti hin…
Read More » - SEERA FI HAQA
Oduu: Manni Murtiin dhimma Battee Urgeessaa irratti guyyoota qorannoo dabalataa shan eeyyame
Finfinnee, Bitootessa 01/2024 – Torban tokko dura gaazexeessaa lammii Faransaay, Antuwaan Gaalindoo, waliin magaalaa Finfinneetti to’annoo jala kan oolan qondaalli…
Read More » - SEERA FI HAQA
Oduu: Manni Murtichi Artist Lij Yaareed hidhaa salphaa waggaa tokkoon akka adabamu murteesse
Finfinnee, Bitootessa 01/2024 – Artisti Yaareed Zalaalam Baalchaa ykn Lij Yaareed jedhamuun beekamu himannaa “haasaa jibbiinsaa” irratti dhiyaateen hidhaa salphaa…
Read More » - SEERA FI HAQA
Oduu: Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa dhimma miseensa hoggansa ABO tokko irratti Abbaa Alangaa Federaalaa qulqulleessee ibsa akka kennu ajaje
Finfinnee, Onkoloolessa 27/2023 – Miseensa Gumii Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) kan ta’an Amaan Filee Bitootessa 07, 2020 waahila paartii…
Read More » - SEERA FI HAQA
Oduu: Manni Murtii Artisti Lij Yaareed gara mana amala sirreessaa akka bu’u ajaja dabarse
Finfinnee, Onkoloolessa 18/2023 – Artisti Yaareed Zalaalam Baalchaa ykn Lij Yaareed jedhamuun beekamu himannaa irratti dhiyaateen gara mana amala sirreessaatti…
Read More »