Ministeera Barnootaa
- ODUU
Oduu: Sagantaan barnoota gannaa addaan cite yeroo dhiyootti furmaata argata: Ministeera Barnootaa
Finfinnee, Guraandhala 13, 2024 – Sagantaan barnoota gannaa addaan cite “yeroo dhiyootti furmaata kan argatu” ta’uu ministeerri barnootaa beeksise. Barattoonni eebbifamuuf…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Wixineen labsii Ministeerri Barnootaa qopheesse aggaammii mirga dubartootaa irratti taasifameedha – ABO
Finfinnee, Muddee 05/2023 – Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) wixinee labsii Ministeerri Barnootaa baase kan eeyyama dubartoota da’aniif kennamu guyyaa 15…
Read More »