Paarlaamaa
- ODUU
‘Humnoonni mootummaa ajjeechaa jumlaa hin raawwatan’ – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 04/2024 – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa yaa’ii idilee 36ffaa har’a gaggeesse irratti Ministirri Muummee Abiy Ahimad dhimma…
Read More » - ODUU
Miseensonni paarlaamaa wixinee seeraa ajaja mana murtii malee toora kominikeeshinii butuu eeyyamu irratti yaaddoo qabaachuu himan
Finfinnee, Waxabajjii 13/2024 – Kaleessa paarlaamaaf kan dhiyaate wixineen qorattoonni yakkaa ajaja mana murtii malee toora kominikeeshinii fi xalayaa akka…
Read More » - ODUU
Wixineen seeraa toora kominikeeshinii ajaja mana murtii malee butuu eeyyamu paarlaamaaf dhiyaate
Finfinnee, Waxabajjii 12/2024 – Wixineen qabeenya yakkaan argame kan seeraa fakkeessuu yookiin shororkeessummaa maallaqaan gargaaruu wal qabsiisuun qorattoonni yakkaa ajaja…
Read More » - ODUU
Paarlaamaan labsii ABUT irra deebiin beekamtii seera qabeessummaa akka argatu taasisu raggaase
Finfinnee, Waxabajjii 04/2024 – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa yaa’ii idilee 30ffaa har’a ganama gaggeesseen labsii Adda Bilisummaa Uummata Tigraay…
Read More » - SIYAASA
Oduu: MM Abiy gareewwan hidhatan “meeshaa waraanaa isaanii lafa kaa’anii marii nagaa irratti akka fuulleeffatan” gaafatan
Finfinnee, Guraandhala 06/2024 – Ministirri Muummee Abiy Ahimad har’a Guraandhala 06 Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti dhiyaatanii gaaffiilee miseensota mana…
Read More » - SIYAASA
Oduu: “Akka odeeffannoo hanga ammaa qabutti namni sababa beelaan du’e hin jiru” – MM Abiy Ahmad
Finfinnee, Guraandhala 06/2024 – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa yaa’iisaa idilee 14ffaa har’a Guraandhala 06 ganama bakka Ministira Muummee Abiy…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Sochii hidhannoo gamaa gamana gaggeeffamuun mootummaa injifachuu hin danda’amu: MM Abiy Ahmad
Finfinnee, Sadaasa 14/2023 – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa yaa’iisaa idilee 4ffaa bara hojii 3ffaa har’a Sadaasa 14 ganama bakka…
Read More »