Shawaa Kaabaa
- ODUU
Uummanni Salaalee hiriira bahuun walitti bu’iinsa Oromiyaa goolaa jiru nagaan akka furamu gaafatan
Finfinnee, Hagayya 27/2024 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa magaalota Sulultaa fi Caancootti jiraattoonni kumaatamaan lakkaawwaman Hagayya 26, 2024 hariira…
Read More » - ODUU
Shawaa Kaabaa Aanaa Darraatti “haleellaa hidhattoonni Faannoo raawwataniin” lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 18/2024 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Darraatti haleellaa torban darbe raawwatameen yoo xiqqaate lubbuun namoota afur…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Hidhabuu Abooteetti sababa walitti bu’iinsa humnoota mootummaa fi WBO gidduu gaggeeffameen lubbuun namoota nagaa 14 darbe
Finfinnee, Guraandhala 22/2024 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Hidhabuu Abooteetti sababa wal waraansa humnoota nageenyaa mootummaa fi hidhattoota…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Shawaa Kaabaa Aanaa Darraatti haleellaa hidhattoonni Faannoo raawwataniin lubbuun namoota 18 darbuu jiraattotni himan
Finfinnee, Muddee 29/2023 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Darraatti Dilbata darbe Muddee 24, 2023 irraa kaasee guyyaa lamaaf…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Shawaa Kaabaa, Aanaa Darraatti rakkoo nageenyaan walqabatee qonnaan bultoonni midhaan gahe sassaabuu dadhabuu himame
Geetahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Muddee 06/2023 – Rakkoo nageenyaa humnoonni “finxaaleyyii Amaaraa” godina Shawaa Kaabaa aanaa Darraa keessatti qaqqabsiisaa jiraniin…
Read More »