WBO
- SIYAASA
Oduu: Waraana Bilisummaa Oromoo irratti “tarkaanfii jabaa fudhatamaa jira; Marii araaraaf balballi keenya banaadha – MNO
Finfinnee, Muddee 02/2023 – Waraanni Bilisummaa Oromoo “filannoo nagaa dhiyaateef moggaatti dhiisee gocha shororkeessummaa isaatiin waan itti fufeef” tarkaanfii irratti…
Read More » - ODUU
Oduu: Haleellaa garaagaraa Arsiifi Qeellam Wallaggaatti raawwatameen amantoonni 45 ajjeefaman
Finfinnee Muddee 01, 2023 – Haleellaawwan garaagaraa naannoo oromiya godinoota Arsiifi Qeellam Walaggaa keessatti raawwatamaeen lammileen nagaa 45 ajjeeffaman. Haleellaan…
Read More » - ODUU
Oduu: Ameerikaan mootummaan mariidhaaf akka taa’u amansiisuuf “ji’ootaaf” yaalii taasisuu ibsite
Finfinnee, Muddee 01, 2023 – Mootummaan Itoophiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) waliin mariidhaaf akka taa’uuf amansiisuuf yaalii yeroo dheeraa taasisaa…
Read More » - SIYAASA
Oduu: “Mariidhaaf balballi keenya yeroo hundaa banaadha” – WBO
Finfinnee, Sadaasa 25/2023 – “Balballi WBO yeroo hundaa banaadha” jechuun WBOn marii nageenyaaf marsaa itti aanuuf eeyyamaa ta’uufi “kutannoo hin…
Read More » - ODUU
Oduu: Manni Marii Amantiilee Oromoo Idiladdunyaa mariin nageenyaa WBOfi mootummaa gidduu akka itti fufu gaafatan
Finfinnee Sadaasa 24,2023 – Manni Marii Amantiilee Ooromoo Idiladdunyaa xalayaa MM Abiy Ahmad (PhD) fi Ajajaa Olaanaa WBO Jaal Marrootiif…
Read More » - SIYAASA
Oduu: WBOfi mootummaan rakkoo hiikuuf “kutannoodhaan” akka mari’atan IGAD gaafate
Finfinnee, Sadaasa 22, 2023 – Barreessaan Abbaa Taayitaa Misooma Mootummoota Gidduu (IGAD) Warqinaa Gabayyoo (PhD) ibsa baaseen, rakkoo siyaas-dinagdee uummata…
Read More » - SIYAASA
Oduu: “Maricha fashalsuuf dura murtaa’uusaa wayita mariin deemaa turetti dibbee waraanaa tumamu agarre” – Taayyee Danda’aa
Finfinnee, Sadaasa 22/2023 – Waraana waggoota shanan darbaniif Oromiyaa goolaa jiruuf furmaata laachuuf kaayyeeffame mariin araaraa mootummaa federaalaa fi Waraana…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Mariin nagaa marsaa lammaffaa mootummaa federaalaa fi WBO gidduu taasifamaa ture waliigaltee malee xumurame
Finfinnee, Sadaasa 21/2023 – Waraana waggoota shanan darbaniif Oromiyaa goolaa jiruuf furmaata laachuuf kaayyeeffame mariin nagaa mootummaa federaalaa fi Waraana…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Wayita mariin nagaa Taanzaaniyaatti gaggeeffamaa jirutti Lixa Oromiyaatti waraanni itti fufeera; Horroo Guduruutti namootni afur ajjeefaman
Abdii Biyyansaatiin @ABiyenssa Finfinnee, Sadaasa 21/2023 – Waraana waggoota shanan darbaniif naannoo Oromiyaa keessatti lubbuu lammiilee hedduu galaafateef xumura kennuuf…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Mariin hoggantoota waraanaa gidduu Taanzaniyaatti adeemsifamaa jiru haala gaariirra gahuu hordofee qondaaltonni mootummaa olaanoo marichatti makaman
Finfinnee, Sadaasa 13/2023 – Mariin mootummaa Itoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti Taanzaaniyaa, Daar es salaamitti adeemsifamaa jiru “fooyya’insa…
Read More »