Finfinnee
- ODUU
Finfinneen bara 2035 magaalota Afrikaa giddugala diinagdee ta’an keessaa tokko akka taatu raagame
Finfinnee, Fulbaana 16, 2024 – Bara 2035tti Finfinneen magaalota Afrikaa giddugala diinagdee ta’an keessaa tokko akka taatu raagni Kutaa Odeeffannoo…
Read More » - ODUU
Mootummaan gabaa tasgabbeessuuf tarkaanfii yeroo fudhachaa jirutti daldaltoonni gatii dabaluu itti fufaniiru
Finfinnee, Hagayya 08/2024 – Mootummaan Itoophiyaa imaammata haaromsa dinagdee haaraa sharafni alaa akkaataa fedhii gabaatin akka murtaa’u taasisu hojiirra oolchuu…
Read More » - GULAALLI
Hojiin Finfinnee diiganii ijaaruu yeroo hin malletti, karoora malee hojjetamaa jiru harka qalleeyyiirratti dhiibbaa qaba. Yoo xiqqaate adeemsi isaa kabaja namummaa kan eege haa ta’u!
Finfinnee, Ebla 05/2024 – Qondaaltonni mootummaa biyya bulchaa jiran, hojiin misooma magaalaa Finfinnee yeroo ammaa kana hoggansa kantiibaa magaalattii Aadde…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Hojjettoota bulchiinsa magaalichaa qormaata madaallii fudhatan keessaa kanneen 43% ta’an qabxii darbiinsaa galmeessan
Finfinnee, Amajjii 09/2024 – Qormaata madaallii gahumsaafi amala hojjettoota bulchiinsa magaalaa Finfinnee Muddee 30, 2023 kennameen hojjettoota mootummaa qormaaticha fudhatan…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Bulchiinsi magaalaa Finfinnee kootaa sabaa akka ulaagaa ramaddii gita hojii ol’aanaatti kaa’uusaa ni balaaleeffanna – Izeemaa
Finfinnee, Muddee 26/2023 – Qormaata gahumsaa hojjettoota mootummaa magaalaa Finfinneef kennamu ilaalachisee bulchiinsi magaalichaa ibsa akka laatu paartii Lammiilee Itoophiyaa…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Qormaanni gahumsaa hojjettoota mootummaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee Sanbata dhufu irra deebiin kennama
Finfinnee, Muddee 25/2023 – Qormaanni gahumsaa hojjettoota bulchiinsa magaalaa Finfinnee rakkoo teeknikaa mudateen otoo hin kennamiin hafe Sanbata dhufu Muddee…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Imbaasiin Ameerikaa Itoophiyaa jiru Afaan ilaalchisee heera fi seerota biyyattii ni kabaja – Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa
Finfinnee, Muddee 05/2023 – Imbaasiin Ameerikaa Itoophiyaatti argamu tibbana adeemsa hojiisaa fi tajaajila maamiltoota isaaf kennu ilaalchisee ergaa gabaabaa Afaan…
Read More » - DALDALA
Oduu: Biiroon Daldala magaalaa Finfinnee raabsa deeggarsa meeshaalee nyaataa dabalatee tajaajiloota gurguddoo jaha qaama sadaffaaf dabarsuufi
Finfinnee, Sadaasa 28/2023 – Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee raawwii tajaajila bulchiinsa magaalattii gar tokkoon qaama sadaffaaf dabarsee kennuuf erga murteessee…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Jaarmiyaaleen Amaaraa ergaa qoonsilli Ameerikaa Finfinnee Afaan Oromootiin raabse morman
Finfinnee, Sadaasa 27/2023 – Waldaaleen dhalattoota Amaaraatiin hundeeffaman kan “Itoophiyaanota Ameerikaa jiraatanii” jedhanii of waaman xalayaa ministeera dhimma alaa Ameerikaa…
Read More »