Jaal Marroo
- SIYAASA
Oduu: Obboleessi Ajajaa Olaanaa WBO erga hidhamanii hanga ammaatti mana murtii akka hin dhiyaanne maatiin himan
Finfinnee, Muddee 23/2023 – Obboleessi Ajajaa Olaanaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) Kumsaa Dirribaa ykn baay’inaan Jaal Marroo jedhamuun beekamu kan…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Obboleessi ajajaa olaanaa WBO humnoota mootummaan butamuun maatii yaaddesse
Finfinnee, Sadaasa 28/2023 – Humnoonni mootummaa obboleessa Ajajaa Olaanaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) Kumsaa Dirribaa ykn Jaal Marroo kan ta’an…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Mariin hoggantoota waraanaa gidduu Taanzaniyaatti adeemsifamaa jiru haala gaariirra gahuu hordofee qondaaltonni mootummaa olaanoo marichatti makaman
Finfinnee, Sadaasa 13/2023 – Mariin mootummaa Itoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti Taanzaaniyaa, Daar es salaamitti adeemsifamaa jiru “fooyya’insa…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Ajajaan WBO Kibbaa mariif Taanzaaniyaa gahe; Ameerikaa, IGAD, Keeniyaa fi Noorweey haala mijeessummaan hirmaachaa jiru
Finfinnee, Sadaasa 08/2023 – Mariin mootummaa Itoophiyaa fi bakka bu’oota Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti adeemsifamaa jiru Taanzaaniyaa, Daar es…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Mariin nagaa marsaa lammataa mootummaa fi WBO gidduu adeemsifamu bakka Ajajaan WBO ‘Jaal Marroo’ argameetti Taanzaaniyaatti eegale
Finfinnee, Sadaasa 08/2023 – Marii marsaa lammaffaa mootummaa Itoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO), Ajajaa Olaanaa Waraana Bilisummaa Oromoo Kumsaa…
Read More »