Ulaa galaanaa
- SIYAASA
Oduu: Pireezidaantiin Somaaliyaa, Itoophiyaan waliigaltee Somaalilaand waliin mallatteessite hojiirra akka hin oolchine akeekkachiisan
Finfinnee, Amajjii 24/2024 – Pireezdaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad, Itoophiyaan waliigaltee ulaa galaanaa Somaalilaand waliin mallatteessite gara hojiitti jijjiiruuf sochii…
Read More » - XIINXALA
Xiinxala: Waliigalteen ulaa galaanaa Itoophiyaa fi Somaalilaand tibbana mallatteessan haala kamiin siyaasa Gaanfa Afrikaa jijjiira?
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Amajjii 23/2024 – Dhimmi ulaa galaanaa argachuun kun gama Itoophiyaatin dhimma imaammataa kan ta’e yeroo dhiyoo…
Read More » - ODUU
Oduu: Somaaliyaan Itoophiyaarratti waraana banuuf dhaadachuun gabaafame
Finfinnee, Amajjii 15, 2024 – Itoophiyaan naannoo ishee fottoquuf jirtu “Somaaliilaandiif” beekamtii kan kennituufi buufata doonii kan ijaarrattu yoo ta’e…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Waliigaltee Itoophiyaa fi Somaalilaand “hariiroo ollummaa gaarii Somaalilaand waliin qabnu” cimsa: Mootummaa Naannoo Somaalee
Finfinnee, Amajjii 13/2024 – Mootummaan Naannoo Somaalee waliigaltee wal-hubannaa dhimma ulaa galaanaa irratti Itoophiyaa fi Somaalilaand gidduu mallatteeffame “ollummaa gaarii…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Waliigaltee Itoophiyaa fi Somaalilaand gidduu mallatteeffame ni deeggarra: Mana Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Itoophiyaa
Finfinnee, Amajjii 11/2024 – Mana Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Itoophiyaa waliigaltee wal-hubannaa dhimma ulaa galaanaa irratti Itoophiyaa fi Somaalilaand gidduu…
Read More » - ODUU
Oduu: Itoophiyaan Somaalilaandiif beekamtii kan kennitu “haalicha gadi fageenyaan erga qorattee booda” ta’uu beeksiste
Finfinnee, Amajjii 03/2024 – Tajaajilli kominikeeshinii Itoophiyaa waliigalteen Itoophiyaafi Somaaliilaand gidduutti mallattaa’ee “gaaffii bara dheeraa biyyoota lamaan kan deebisu” ta’uu…
Read More » - ODUU
Oduu Ammee: IGAD nageenya naannichaa hordofaa jiraachuu ibsuun waldhabdeen Itoophiyaafi Somaaliyaa gidduu hokkora kaasuu danda’a jedhe
Finfinnee, Amajjii 03, 2024 – Barreessaan Mootummoota Misoomaaf Gamtoomanii (IGAD) Dr. Warqinaa Gabayyoo ibsa baaseen, taateen Itoophiyaafi Somaaliyaa gidduutti uumame…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Somaaliyaan waliigaltee ulaa galaanaa Itoophiyaa fi Somaalilaand gidduu mallatteeffame “fudhatama hin qabu” jette
Finfinnee, Amajjii 02/2024 – Dhimma waliigaltee ulaa galaanaa mootummaa Itoophiyaa fi Somaalilaand gidduu kaleessa mallattaa’e ilaalchisee har’a ganama walga’ii ariifachiisaa…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Mootummaan Somaalilaand Itoophiyaaf ulaa galaanaa kennuu beeksise; kaabineen Somaaliyaa har’aaf walga’ii ariifachiisaa waameera
Finfinnee, Amajjii 02/2024 – Ministeerri Dhimma Alaa Somaalilaand waliigaltee Wiixata waaree booda Muummee Ministiraa Itoophiyaa Abiy Ahimad fi Preezdaantii Somaalilaand…
Read More »